Fana: At a Speed of Life!

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hoji raawwachiistuu olaantuu Faawundeeshinii Invastimentii Fandii Daa’immanii waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hoji raawwachiistuu olaantuu Faawundeeshinii Invastimentii Fandii Daa’immanii Keetii Haampitaan waliin mari’ataniiru.

Aadde Adaanech Abeebeen gana miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, har’a hoji raawwachiistuu olaantuu Faawundeeshinii Invastimentii Fandii Daa’immanii (CIFF) Keetii Haampitan fi waahillan hojii isaanii waliin Giddugala Badhaadhomsa Haaroomsaa fi Ogummaa Dubartoota Lenagewaa daawwachuun fuulduratti kallattiiwwan waloon irratti hojjennu irratti marii bu’aa qabeessa gaggeessineerra jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.