Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Shaggar injifannoo galmeessuu itti fufe
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 13ffaa har’a taphatameen Shaggar Kutaa Magaalaa Boolee injifate.
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Magaalaa Shaggar galchii 2 fi 1’n kutaa magaalaa Boolee injifateera.
Shaggar taphoota 12 hanga ammaatti taphateen qabxii 27 walitti qabachuun sadarkaa 3ffaarratti argama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.