Fana: At a Speed of Life!

Kiristaal Paalaas yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’e

Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Kiristaal Paalaas Maanchiister Siitii injifachuun yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’eera.

Paalaas galchii 1 fi 0n Maanchiister Siitii waancicha fudhateera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.