Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni “Abc Turizimii Oromiyaa” fi “Abc Turizimii Itiyoophiyaa” eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) – Kitaabni “Abc Turizimii Oromiyaa” fi “Abc Turizimii Itiyoophiyaa” jedhamuun afaanota sadiin  barreefame eebbifame.

Kitaaba Afaan Oromoo, Amaaraa fi Ingiliziin qophaa’e kana  Itti Aanaa Koomishinara Koomishinii Tuurizimii Oromiyaa Obbo Naggaa Wadaajootu barreesse.

Kitaabni kun dhaloonni  bakka hawwata tuurizimii fi aadaa fi dudhaa ummataa  haala salphaan hubachuuf kan gargaaruudha jedhameera.

Sirna eebbaa kitaaba kanaa irrattis Ministirri Tuurizimii  Salaamaawwiit Kaasaa, Koomishinara Koomiishinii Tuurizimii Oromiyaa Lalisee Dhugaa fi keessummoonni garagaraa argamaniiru.

Feenaan Nuguseetu gabaase

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.