Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Bahirdaaritti taa’amaa jira

Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Bahiirdaaritti taa’amaa jira.

Konfiraansiin Ummataa kun mata duree Waadaa hanga Aadeffannaa jedhuun taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa jiru.

Pireezidaantii Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha duraa jiraachuu ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.