Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Daseetti taa’amaa jira

Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Daseetti taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa jiru.

Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha dursaa jiraachuu ibsameera.

Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa kun har’a magaalota 25 keessatti kan taa’amu ta’uu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

Isheetuu Waldamikaa’eeltu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.