Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti taa’amaa jira.
Konfiraansiin Ummataa kun mata duree ‘Waadaa hanga Aadeffannaa’ jedhuun taa’amaa jira.
Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa jiru.
Pireezidaantii Naannoo Hararii Obbo Oordiin Badirii dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha duraa jiraachuu ibsameera.