Kooloo Tureen Itti Aanaa leenjisaa Maanchiister Siitii ta’e
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Lammiin Ayivooriikoosti taphataan sarara Ittisaa duraanii Maanchiister Siitii Kooloo Tureen Itti Aanaa leenjisaa Maanchiister Siitii ta’e.
Kooloo Tureen leenjisaa itti aanaa Kilaba Maanchiisteer Siitii ta’ee muudamuu isaa kilabichi ifoomseera.
Ga’eessi umrii waggaa 44 Kooloo Tureen kana dura garee umrii waggaa 18 gadii kilabichaa leenjisaa turuun ni yaadatama.
Kooloo Tureen Kilaboota akka Arsenaal, Maanchiister Siitii fi Liiverpuul keessa taphachuun kan yaadatamuudha.
Maanchiisteer Siitii fi Arsenaal waliin waancaa liigichaa fudhateera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.