Leenjisaa Masaay Tafariin taphattoota 26’f waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Hagayya 13,2017 (FMC)- Leenjisaan garee kubbaa miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Masaay Tafarii tapha gulaallii waancaa Addunyaaf taphattoota 26’f waamIcha dhiyeessaniiru.
Waaliyaawwan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 7ffaa fi 8ffaa Ijipti fi Seeraaliyoon waliin taasisu.
Taphattoonni waamichi taasifameef Adaamaatti qophii taasisu jedhameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.