Fana: At a Speed of Life!

Liiverpuul Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale

Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Liiverpuul Jifataa Intiraakti Firaankifarti Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale.

Liiverpuul jijjiirraa kanaaf Paawundii miiliyoona 79 kan baasu yoo ta’u, miiliyoona 69 dursaa fi miiliyoona 10 ammoo adeemsa keessa kaffaluuf waliigale jedhame.

Hugoo Ekiitikeen waliigaltee waggoota 6 ni mallatteessan eegama.

Lammiin Faransaay taphataan sarara fuulduraa Hugoo Ekiitikeen taphoota Bundisliigaa 31 taphateen galchiiwwan 15 lakkoofsiseera.

Liiverpuul bara kana taphataa 4ffaa mallatteessifachuuf Hugoo Ekiitikeen waliigale.

Abeel Niwaayitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.