Fana: At a Speed of Life!

Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 0 Tootenhaam

Finfinnee, Amajjii 30 , 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiziin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam injifate.

Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid galchii 2 fi 0’n Tootenhaam injifateera.

Yuunaayitiid taphoota afur walitti aansuun injifateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.