Maanchister Siitiin Fulhaamiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) – Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin Fulhaamiin 3 fi 0’n injifateera.
Galgala sa’aatii 4 fi 30 irraa eegalee tpha taphatame kanaan Semeeniyoo, Oreelii fi Haalaandi galchiiwwan Maanchister Siitii lakkoofsisaniiru.
Kana hordofees Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii dursaa liigichaa Arsenaal waliin qabu gara 3tti dhiphisuu danda’eera.
#Oromia #Ethiopia