Maanchister Siitiin gqraagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6tti hir’ise
Finfinnee, Ebla 4, 2018 (FMC) – Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan Maanchister Siitiin Cheelsii 3-0’n injifateera.
Dirree Istaamfoordi Biriij irratti galgala sa’aatii 12:30 irratti tapha taphatameen Maanchister Siitiif ብሪጅ ምሽት 12 Oreelii, Guhii fi Dokuun lakkoofsisaniiru.
Taphoota liigichaa dursanii taphatamaniin Sandarlaandi Tootanihaam Hootispariin 1-0’n, Kiriistaal Paalaas Niwuukaasil Yuunaaytidiin 2-1’n yoo injifatan, Astoonviilaa fi Nootiingaam Foorast 1-1’n qixa ba’aniiru.
#Oromia # Ethiopia