Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 18ffaan Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin goolii 2 fi 1 injifateera.
Bu’aa kana hordofee Maanchister Siitiin qabxii isaa gara 40 tti guddifachuun Liigicha dursaa jira.
Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Arsenaal Biraayitan, Liivarpuul Woolvis, Bireentifoord Boornimaawuz, Barniileey Eevartan akkasumas Weestaahaam Yuunaaytidi Fuulhaam waliin ni taphatu.
Kana malees galgala sa’aatii 2:30 irraa eegalee taphni Cheelsiifi Astoonviilaa ni eegama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.