Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Sabbataatti maallaqni biyyoota adda addaa seeraan alaa to’annaa jala oole

Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Sabbataattii maallaqni biyyoota adda addaa seeraan alaa to’annaa jala oolu Komiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.

Magaalichatti Doolaarri Ameerikaa kumni 36 fi 678, Yuuroon  7965, Dolaarri Kanaadaa kumni 5 fi 570, maallaqni Faransaay kumni 30 fi 850,  Riyaaliin Sa’uud Arabiyaa kumni 59 fi 150 fi Diraahaamiin Eemmireetoota Araba Gamtoomanii  kumni 84 fi 785, Raandiin  Afrikaa kibbaa kumni 16 fi 520, Paawundiin Ingilaand 330 fi maallaqni biyyoota garagaraa to’annaa jala oolu ragaan Komishinii Poolisii Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.