Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan injifatame

Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) -Tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan 0 fi 2’n injifatameera.

Galagala sa’aatii 12 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinooloojii Adaamaatti tapha taphatameen Buna Sidaamaaf FiqiraYeesuus Takilabirihaan fi Masfin Taaffasee galchiiwwan lamaan lakkoofsisaniiru.

Kana hordofees Bunni Sidaamaa qabxii isaa gara 25tti ol guddifachuun dursummaa Liigichaa magaalaa Faasiil irraa deebisee fudhateera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.