Magaalichatti xumuramuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun mariin Paanaalii gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmattii xummuramuu Hidha haaromsaa sababeeffachuun mariin paanaalii fi sirni beekamtii kennuu gaggeeffameera.
Hoggantoonni magaalichaa fi kutaaleen hawaasaa sagantaa kanarratti argamaniiru.
Marii panaalii kanarrattii qaamolee hidha guddicha haaromsaaf ge’e gudda ba’atanii waraqaan ragaa kennameera.
Alidhaan Mohammeditu gabaase.
#Oromia #Ethiopia