Fana: At a Speed of Life!

Mahaammad Quddus Tootenhaamiif mallatteesse

Finfinnee,  Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Tootenhaam Hootispar lammii Gaanaa Weestihaam Yunaayitid irraa Mahammad Quddusiin mallatteessifachuu beeksise.

Kilabiin Kaaba Landan Tootenhaam Mahaammad Quddus Paawundii miiliyoona 55niin waliigaltee waggaa 6 mallatteessifateera.

Mahaammad Quddus taphoota Piriimiyer Liigii Ingilaand 65  taphateen galchii 13 lakkoofsiseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.