Manneen Maree Lamaan Walga’ii waloo boru gaggeessu
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii guyyaa boruu walga’ii waloo 6ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessu.
Ministirri Muummee Hindi Naareendiraa Moodii walga’ii waloo Manneen Maree Lameenii irratti haasawaa ni taasisuun kan eegamu ta’uu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa beeksiseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.