Manni Maree Gamtaa Awurooppa hojii Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa hojjetuuf deeggarsa kan taasiisu ta’uu ibse
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Manni Maree Gamtaa Awurooppa hojii Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa hojjetuuf deeggarsa kan taasiisu ta’uu ibseera.
Manni marichaa walga’ii haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee gaggeesseen hojii Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa hojjetuuf deeggarsa kan taasiisu waliigalteera ga’uu ibseera.
Manni Marichaa ragaa Komishinichi dhiyeesseef ilaaluun dhimmoota xiyyeeffannoon itti laatamuu qaburratti yaada deeggarsaa laateera.
Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa haala qabatamaa naannoo Tigraay irratti hordoffii taasiisuu itti fufuu akka qabu jajjabeessuu Ragaan Komishinichaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.