Manni Maree naannichaa baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 43 ta’uun dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 43 fi miiliyoona 500 ol ta’uun dhiyaate raggaasise.
Hoggantuun Biiroo Maallaqaa naannichaa aadde Zayituunaa Ibraahiim baajata bara 2018 ilaalchisee miseensota mana marichaaf ibsa taasisaniiru.
Manni marichaas baajata dhiyaaterratti erga mari’atee booda raggaasisuu Biiroon Kominikeeshinii naannichaa Faanaa Diijitaalitti himeera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.