Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumure
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 9ffaa gaggeessaa ture murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumureera.
Muudama abbootii seeraa dhiyaate qorachuun raggaasiseera.
Dabalataan fooyyessii gurmaa’iinsa dhaabbatummaa dhiyaate jechuun kana dura Komishinii Innooveeshinii fi Teeknooloojii jedhamuun waamamaa kan ture Biiroo Innooveeshinii fi Teeknooloojii naannoo Afaar jedhamee akka waamamu murteessuu Biiroon Kominikeeshinii naannichaa Faanaa Diijitaaliitti himeera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.