Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa qaboo yaa’ii, yaa’ii ariifachiisaa 8ffaa raggaasisuuni yaa’ii idilee 9ffaa kan eegale.
Miseensonni mana marichaa gabaasa raawwii hojii bara 2017 fi karoora bara 2018 irratti mari’achuun ni raggaasisuun eegama.
Xilahuun Yilmaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.