Manni Marichaa Labsii Galii Gibiraa raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Galii Gibiraa Federaalaa foyya’uun dhiyaaterratti mari’achuun raggasiseera.
Manni Marichaa walga’ii ariifachiisaa 2ffaa har’a gaggeesseen Labsii fooyya’ee dhiyaate kan raggaasise.
Zufaan Kaasaahuuntu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo