Fana: At a Speed of Life!

Mariin ummataa “Labsiiwwan Gubaa Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu” jedhuun Magaalootaa fi Godinaalee Oromiyaatti gaggeeffame

Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) –Mariin ummataa “Labsiiwwan Gubaa Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu” jedhuun Magaalootaa fi Godinaalee Oromiyaatti garaagaraatti gaggeeffameera.

Waltajjiin marii uummataa kun kutaalee hawaasaa bulchiinsa magaalotaa fi aanaalee hirmaachiseera.

Haaluma kanaan Godina Boorana Bahaa fi Magaalaa Nageellee, Godina Baalee Magaalaa Roobee, Magaalaa Aggaaroo, Godina Iluu Abbaa Boorifi Magaalaa Mattuu, Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo fi Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafootti gaggeeffameera.

Yaadaa fi Gaaffilee hirmaattonni kaasaniif hoggantoonni sadarkaan jiran ibsaa fi deebii laataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.