Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez waliin mari’atan

Finfinnee Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa cinatti dhimmoota gam hedduu dursi kennamuuf irratti mari’achuuf Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez waliin ganama har’aa wal arguu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.