Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giift duree Zinnaash Taayyaachoo waliin Mana Barumsaa Agartu dhabeeyyii Sheeyikaa Faaxumaa Biin Mabruukitti maaddii qoodan

Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giift duree Zinnaash Taayyaachoo waliin Mana Barumsaa Agartu dhabeeyyiiSheeyikaa Faaxumaa Biin Mabruukitti argamuun maaddii qoodaniiru.

Dooktar Abiy fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Guyyaa Qilleetti Giifti duree Zinnaash Taayyaachoo waliin ta’uun Mana Barumsaa Agartu dhabeeyyii Sheeyikaa Faaxumaa Biin Mabruukitti argamnee maaddii qooddanneerra jefhuun ibsan.

Ganama addaa kana waliin dabarsuu keenyaan hafuura dhugaa ayyaana Qillee agarsiisneerras jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.