Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hidha Haaromsaa eebbisan

Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa eebbisiisaniiru.

Ibsitu tokkummaa sabdaneessaa Itiyoophiyaanotaa kan ta’e hidhaan Haaromsaa eebbifameera.

Gaabbii bara dheeraa kan ture ijaarsi hidhichaa xumuraan har’a sirna eebbaa Gubaatti gaggeeffameera.

Ministira Muummee FDRI Doooktar Abiy Ahimad, Af Ya’aii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyoohu Tashaagar, Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoo, Ministira Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen Xurunaa, Pireezidaantoonni naannolee, Ministiroonnii fi hoggantoonni biyyoota garaagaraa bakka argamanitti hidhichi eebbifameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.