Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii qarqara Laga Gulalleetti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa waliin Piroojektii qarqara Laga Gulalleetti biqiltuu dhaaban.
Hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalootaa saganticharratti argamaniiru.
Sagantaan jalqabsiisa Ashaaraa Magariisaa baranaa yaada ijoo “Dhaabuudhaan Bayyanachuu” jedhuun keessa gaggeeffamuun ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.