Ministirri Muummee Xaaliyaanii Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Xaaliyaanii Jii’orjiyaa Meelooniin Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galan.
Jii’orjiyaa Meelooniin wayita Buufata Xiyyaaraa Iidil addunyaa Boolee gahan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa kabajaa taasisaniifiru.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad,Ji’oorjiyaa Meelooniin baga nagaan gara Itiyoophiyaa dhufatan jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.