Fana: At a Speed of Life!

Misoomni Ashaaraa Magariisaa oomishaa fi oomishtummaa qonnaa guddisuu keessatti gumaacha olaanaa gumaachaa jira

Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Misoomni Ashaaraa Magariisaa oomishaa fi oomishtummaa qonnaa guddisuu keessatti gumaacha olaanaa gumaachaa jira jedhan Pireezidaantiin Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indaashaaw Xaasew.

Dooktar Indaashaaw Godina Guraagee Aanaa Gumaritti sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa eegalchiisaniiru.

Sagantaan Ashaaraa magariisaa fi eegumsi naannoo baroota darban keessa hojjetaman oomishaa fi oomishtummaa qonnaa guddisuu keessatti gahee olaanaa bahachaa jiraachuu kaasan.

Hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa caalmaatti cimee itti fufuu akka qabu hubachiisuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.