Moozaambiik galchii 3 fi 2’n Gaaboon injifatte
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen Moozaambiik Gaaboon injifatteerti.
Moozaambiik galchii 3 fi 2’n Gaaboon injifatteerti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.