Morookoo 2-0 Kaameeruun
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har’a taphatameen Moorookoon Kaameeruuniin galchii 2 fi 0’n >njifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarteerti.
Tapha sa’aatii 4 irraa eegalee taphatame kanaan Moorookoon kubbaa to’achuu irraa eegalee caalmaa fudhachuun boqonnaa dura daqiiqaa 26ffaa irratti Biraahim Diyaaz fi boqonnaa booda ammoo Ismaa’el Sa’ibaarii daqiiqaa 74ffaa irratti galchii lakkoofsisuun 2 fi 0’n Kaameruuniin injifatteetti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.