Naannichatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Naannichatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miliyoona 700 dhaabuu bakka Pireezidaantiin naannichaa obbo Xilaahuun Kabbadaa argamanitti Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti obbo Xilaahuun Kabbadaafi hoggantoota Godina Walaayittaafi aanaa Humboo dabalatee kutaaleen hawaasaa garaagaraa hirmaachaa jiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.