Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti guyyaan cichoominaa kabajame

Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Naannoo Somaaleetti Qaammeen 1 guyyaan cichoominaa mata duree ‘Bu’uura Cimaa, Biyya Jabduu’ jedhuun Magaalaa Jigjigaatti kabajameera.

Cichoominaa fi tumsaan nageenyaa fi misooma biyyaaf ni hojjenna jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Pireezidaantii naannichaa Dooktar Huseen Qaasin.

Gootoota nageenyaa fi Cichoomina biyyaaf wareegaman yaadachaa misoomaa fi guddina Itiyoophiyaa itti fufsiisuun murteessaa ta’uu eeran.

Hoggantoonnii fi Miseensonni Raayyaa Ittisaa, Miseensota Poolisii Federaalaa dabalatee kutaaleen hawaasaa garaagaraa saganticharratti argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.