Fana: At a Speed of Life!

Naayijeeriyaatti bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 60 darbe

Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Kaaba Naayijeeriyaa Bulchiinsa Niijeeritti bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 60 darbuun gabaafame.

Bidiruun kun daa’imman dabalatee namoota 100 ol fe’ee imalaa akka ture anga’oonni naannawichaa ibsaniiru.

Balichaan namoota 10 irra miidhaan cimaan gahuus Rooyitars gabaaseera.

Hojjettoonni lubbuu baraartonni namoota hafan barbaadaa akka jiran ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.