Fana: At a Speed of Life!

Notingihaam Forest morkataa isaa yoo injifatu Cheelsiin qixa bahe

Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 1ffaa har’a taphatameen Notingihaam Forest morkataa isaa yoo injifatu Cheelsiin qixa baheera.

Notingihaam Forest galchii 3 fi 1n Bireentifoordi yoo injifatu, Cheelsiin Kiristaal Paalaas waliin galchii malee qixa xumureera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.