Fana: At a Speed of Life!

Obbo Adam Faaraah ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Obbo Adam ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, hordoftoota Amantaa kiristaanaa maraaf baga ayyaana kataraa fi cuuphaa geessan jedhaniiru.

Ayyaannichi kan nagaa, fayyaa fi jaalalaa akka ta’uus hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.