Fana: At a Speed of Life!

Obbo Adam Faaraah Hararitti Waajjiraalee Paartii Badhaadhinaa eebbisan

Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Pireezidaantii itti aanaan Paartii badhaadhinaa obbo Adam Faaraah Hararitti waajjiraalee Paartii badhaadhinaa Magaalaa fi baadiyyaatti ijaaraman eebbisisaa jiru.

Obbo Adam naannichaa waajjiraalee paartichaa sadii baadiyyaa fi jaha immoo magaalaatti ijaaraman eebbisisaa jiru.

Hirmaannaa uummataa fi miseensoota paartichaan kan ijaaraman waajjiraaleen kunneen ergama paartichaa sirnaan  bahachuuf ni deeggaru jedhan.

Saganticharratti obbo Adam Faaraah dabalatee Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badrii dabalatee hoggantonni olaanoo biroon argamaniiru.

Tasfaayee Hayiluutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.