Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Rippaabliika Diimookraatawaa Koongoo waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Rippaabliika Diimookraatawaa Koongoo Mohaammad Saaleem Ooldii Saaleek waliin mari’ataniiru.
Obbo Dammaaqaan jila addaa Preezdaantii biyyattii fi Ministeera Dhimma Alaa waliin mari’ataniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Rippaabliika Diimookraatawaa Koongoo Mohaammad Saaleem Ooldii Saaleek ergaa hawwii garii Preezdaantii biyyattiirraa mootummaa fi ummata Ityoophiyaaf ergame dabarsaniiru.
Dhimmoota waqtaawaa fi naannawaarratti marii taasiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.