Fana: At a Speed of Life!

Oomishni Qamadii Qonna Gannaa Raayyaa Ittisa Biyyaan misoome kompaayinaraan sassabame

Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Oomishni Qamadii Qonna Gannaa Raayyaa Ittisa Biyyaan Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti misoome kompaayinaraan sassabameera.

Raayyaan ittisa biyyaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun cinatti lafa waggaa 60’f misooma malee ture heektaara 77 irratti qamadii oomisheera.

Hojiin hojjatamaa jiru badhaadhina hunda galeessaa fi dinagdee damdaneessaa mirkaneessuuf qooda qaba jedhame.

Oomisha fi oomishtummaa midhaan nyaataa dabaluuf misooma qonnaa waqtii Gannaa oomishamu dabalataan jallisii Bonaatiin hojiin bu’aa qabeessa ta’e akka kutaa Magaalichaatti hojjetamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.