Oromiyaa 3 – 2 Amaaraa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gareen kubbaa miilaa dubartootaa Oromiyaa kan naannoo Amaaraa injifachuun tapha xumuraa Waancaaf darbe.
Gareen kubbaa miilaa dubartootaa Naannoo Oromiyaa galchii 3 fi 2n kan naannoo Amaaraa injifachuun tapha xumuraaf darbuu mirkaneeffateera.
Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirota Naannoo Oromiyaa, Naannoo Sidaamaa waliin sa’aatii 9:30 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Jimmaatti morkiin waancaaf darbuuf taasisu ni eegama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.