Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti bara 2018 galii Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 87 ol walitti qabuuf karoorfame

Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Bara baajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 87 ol walitti qabuuf karoorfame jedhe Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa.

Humna naannichi qabu duguuganii fayyadamuun hamma galii naannichaa caalmaatti guddusuuf hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa obbo Tasfaayeen Tulluun ibsaniiru.

Ragaalee galii sassaabuuf gargaraan addaa baasuu,hordoffii fi deeggarsa barbaachisu taasisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhan.

Bara 2018 galii Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 87 ol walitti qabuuf karoorfamuu dubbatan.

Bara baajataa 2017 keessa galiin Birriin Biiliyoonaa 200fi miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 50 ol walitti qabamuu eeran

Gammachuu Beekumaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.