Oromiyaatti hanga ammaatti qamadini bonee lafa hektara miiliyoona 3 ol irra faca’e
Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni qamadii bonee lafa hektaara miiliyoona 3 fi kuma 100 fi kuma 97 ol irra faca’uun kunuunfamaa jira.
Naannichatti bara kana copha bishaaniifi jal’isii fayyadamuun lafa hektaara miiliyoona 4 jallisii bonaan misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 100 fi miiliyoona 63 ol calleessuuf karoorfamee hojjetamaa akka jiru ibsameera.
Hanga ammaattis lafa hektaara miiliyoona 3 fi kuma 100 fi kuma 97 ol irra ol faca’uun kunuunfamaa jiraachuu ragaan Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.