Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbate

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbateera.

Hanga kurmaan 1ffaatti Biqiltuu bunaa biiliyoona 2.5 dhaabuuf kan karoorfame yoo ta’u biqilaan bunaa biliyoonni 2.4 ol dhaabbachuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.