Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Alfaxiir boru kabajama Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Ayyanni Iid Alfaxiir Jimaata borii akka kabajamu eerame. Ayyaanichi Addeessi yoo har’aa galagalaa mul’atee guyyaa borii akka kabajamu, yoo hin mul’annee…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen Ityoophiyaa fi Sudaan walitti buusuuf tattaaffatan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu-MM… Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ummattoota biyyoota obbolaa Ityoophiyaa fi Sudaan gidduutti walitti bu’iinsa uumuuf qaamoleen tattaafatan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu jechuun…
Fayyaa Dhibeewwan daddarboo hintaane irratti xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira-BFO Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Dhibeewwan daddarboo hintaane irratti mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibse. Dhibeewwan dhiibbaa dhiigaa, Sukkaaraafi…
Oduu biyya keessaa Bobbii hojii biyya alaaf daandiin seera qabeessi diriirfamuun ibsame Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Bobbii hojii biyya alaan walqabatee daandiin seera qabeessi diriirfamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksiee. Ministirri Ministeerichaa Aadde Mufaariyaat…
Oduu biyya keessaa Addi Bilisummaa Gambeellaa (ABG) qabsoo nagaaf Gambeellaa gale Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Gareen Addaa Bilisummaa Gambeellaa(ABG) qabsoo hidhanoo dhiisuun qabsoo siyaasaa nagaa gaggeessuuf miseensota isaa waliin Gambeellaa galeera. Gareen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan karooraa humna addaa gurmeessuu hojiirraa olchuun fakkeenya- F/M Birhaanuu Juulaa Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Oromiyaan karoora humna addaa irra deebiin gurmeessuuf bahe hojiirra oolchuun hojiilee fakkeenya ta’an hojjechuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Ayyanaa Iid Alfaaxir sababeeffachuun lammiilee kuma 71 oliif maaddiin qoodame Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaaxir sababeeffachuun lammiilee galii gadii aanaa kuma 71 oliif maaddii qoodeera. Kantiibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni “Fichee Cambalaalaan” nagaa kabajamee xumuramuun ibsame Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Ayyaanni bara haaraa Ummata Sidaamaa “Fichee Cambalaalan” rakkoo nageenyaa tokko malee kabajamee xumuramuu Biiroon Bulchinsaa fi Nageenyaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Buufataalee tamsaasa Teelevizhinii shaniif eeyyamni kenname Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa buufataalee Tamsaasaa Teeleevizhinii 5’f eeyyama tamsaasaa kennuu beeksise. Abbaan Taayitichaa eyyamichi kan…
Biiznasii Oromiyaatti ji’oottan 9’n darban galiin Birrii biiliyoona 54 ol walitti qabame Debela Tadesse Apr 20, 2023 0 Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti ji’oottan 9’n darban galiin Birrii biiliyoona 54 ol walitti qabame Manneen hojii kilaastara Bulchiinsaa fi Horataalee Mootummaa…