Ispoortii Dorgommiin Shaampiyoonaa Biskileetii Magaalaa Maqaleetti eegale Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Magaalonnii fi naannoleen kan irratti hirmaatan dorgommiin Shaampiyoonaa Biskileetii Ityoophiyaa 2015 har’a Magaalaa Maqaleetti eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli tola ooltummaa dargaggoonni miiliyoonni 20 irratti hirmaatan Jimaata eegala Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Tajaajilli tola ooltummaa biyyaalessaa Ganna bara 2015 Jimaata dhufuu eegalee kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Komii fi iyyannoo bakka jiranii dhiyeeffachuuf sirni oonlaayinii hojiirra oole Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Ministeerri Haqaa galmeelee yakkootaa murtoo argatan irratti tajaajilamtoonni komii fi iyyannoo qaban bakka jiran irraa dhiyeeffachuuf kan dandeessisu…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni naannichaa tokkummaan bu’aa fiduuf kutannoon hojjechuu qabu-Obbo Umad Ujuluu Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Hoggantoonni Naannoo Gaambeellaa tokkummaa raawwii fi ilaalchaa uumuun damee hundaan bu’aa barbaadamu fiduuf kutannoon hojjechuu akka qaban…
Oduu biyya keessaa Obbo Haayilamaariyaam Dassaalanyi jilaa taajjabdoota filannoo dursuuf Seeraaliyooniin galan Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Duraanii Haayilamaariyaam Dassaalanyi jila taajjabdootaa filannoo Gamtaa Afrikaa dursuuf Seeraaliyoniin galaniiru. Filannoon…
Oduu biyya keessaa Waggoottan sadan dhufan giddugaloonni tursiisa daa’immanii kumni 1 ni ijaaramu-Aadde Adaanech Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Kutaa Magaalaa Lidataatti Giddugala Tursiisa Daa’immanii eebbisiisaniiru. Sirna…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Marii Biyyaalessaa jiraatoota Dirree Dhawaa waliin mari’ata jira Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Koomiishiniin Marii Biyyaalessaa jiraatoota Magaalaa Dirree Dhawaa waliin mari’achaa jiraachuun ibsame. Waltajjicharratti Koomiishinarri Koomiishinii…
Ispoortii Kiristiyaan Roonaaldoon Garee Biyyaalessaa Poorchugaaliif yeroo 200 hiriiruun Galmee Dinqisiisoo… Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Kiristiyaan Roonaaldoon Garee Biyyaalessaa Poorchugaaliif yeroo 200 hiriiree taphachuun galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmaa’eera. Roonaaldoon…
Biiznasii Naannoo Afaaritti galiin Birrii biiliyoona 3 ol walitti qabame Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Naannoo Afaaritti baatiiwan 11’n darban galiin Birrii biiliyoona 3 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksise. Biirichi baatiiwwan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen sosochii misooma daa’imummaa jalqabsisan Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14,2015 (FBC)- Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen mata duree "Daa’imman Abdii Borii Finfinneef” jedhuun sosochii misooma daa’imummaa…