Ispoortii Poolaandi goolii 2 fi 0n Saa’uud Arabiyaa injifatte Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan har'a Poolaandii fi Saa'uud Arabiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Poolaandiin xumurame. Piyootar Ziiliinskiin…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa meeshaalee Makaanaayizeeshinii qonnaaf tajaajilan maamiltootaaf dabarse Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa deeggarsa maallaqaa Baankii misoomaa Jarmanirraa argateen meeshaalee Makaanaayizeeshinii qonnaaf tajaajilan maamiltootaaf…
Oduu biyya keessaa Kitaabonni mata dureen isaanii “ateetee fi kuusaa afoola Oromoo Arsii “jedhaman… Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Kitaabonni mata dureen isaanii "ateetee fi kuusaa afoola Oromoo Arsii "jedhaman hayyuu aadaa fi seenaa obbo Boonsamoo Mi'eessootiin barreeffaman…
Oduu biyya keessaa Sudaan Kibbaa dhimmoota nageenyarratti Ityoophiyaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’u ibsite Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Aanga'oonni Olaanoon odeeffannoo Waraanaa Sudaan Kibbaa fi Ityoophiyaa dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti tumsaan hojjechuuf Finfinneetti…
Idil Addunyaa Chaayinaan nageenyaa fi tasgabbii addunyaaf Kooriyaa Kaabaa waliin qindoominaan ni hojjetti –… Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Chaayinaan nageenyaa fi tasgabbii addunyaaf Kooriyaa Kaabaa waliin qindoominaan hojjechuuf murannoo qabaachuu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing…
Ispoortii Tapha waancaa Addunyaa har’a gaggeeffamen Awustiraaliyaan Tuuniziyaa injifatte Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa har'a taphatameen Awustiraaliyaan goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifatteerti. Miicheel Duuk daqiiqaa 23ffarratti…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Finfinnee Paampiwwan Bishaanii 110 naannoo Somaaleef gumaache Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti waltajjiin Maaddii Madaallawwaa beeksisuu gaggeeffame. Waltajjii kanarratti Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii…
Fayyaa Kolleejjiin fayyaa Hospitaala Adaamaa barattoota 169 eebbise Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Kolleejjiin fayyaa Hospitaala Adaamaa barattoota ogummaa Fayyaa garaagaraan barsiisaa ture 169 eebbiseera. Kollejjichi Digirii jalqabatiin barattoota…
Oduu biyya keessaa Sagantaan jalqabsiisa Paarkii Indaastirii Qindaa’aa Qonna Buree gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa Paarkii Indaastirii Qindaa'aa Qonna Buree gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Paarkiin Indaastirii Qindaa'aa Qonnaa Buree baasii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa kabajame Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa magaalaa Boongatti kabajameera. Af Yaa'ii Mana Maree Federeeshinii Obbo…