Walharkaa fuudhiinsi meeshaalee waraanaa guguddaa eegalamuun waliigalteen nageenyaa qabatamaa ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa ABUT harkaa meeshaalee waraanaa guguddaa fuuchuu eegaluun waliigalteen nageenyaa qabatamaa ta’uu eegaluu kan argisiisuudha jedhan…