Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Goondar galan Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) -Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Cuuphaa kabajuuf halkan edaa magaalaa Goondar galaniiru. Aadde Adaanach haaluma kanaan dura…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota Amantaa Ortodoksii hunda biratti sirna hoo ‘aa ta’een… Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) -Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii hunda biratti sirna hoo 'aa ta'een kabajamuu ibsameera. Ayyaannichi Magaalaa Finfinnee…
Biiznasii Hawaasni Diyaaspooraa Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan Sifen Megersa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Hawaasni Diyaaspooraa naannoo Sidaamaatti Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwataniiru. Miseensonni Diyaaspooraa kunneen tibbana filannoowwan…
Ispoortii Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii yoo injifattu Seeneegaal… Sifen Megersa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii 2 fi 1 yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin goolii malee qixata ba'aaniiru.…
Oduu biyya keessaa Korechi hordoffii fi to’annoo dirreetti taasisan keessaa dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan… Ayana Dheressa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa hordoffii fi to'annoo dirreetti taasisan keessaa dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadu jedhee adda baase bakka hooggansi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Eemireetota Araba Gamtoomaniitti haleellaa gareen shororkeessaa lammiilee nagaarratti… Ayana Dheressa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Eemireetota Araba Gamtoomaniitti haleellaa garee shororkeessaan lammiilee nagaarratti raawwatame balaaleffachuu ibsame. Gochi garee…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Oomishtummaa fi qulqullina bunaa dabaluuf hojiin buna dulloome gamashuu fi buqqisuun… Ayana Dheressa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Oromiyaatti oomishtummaa fi qulqullina bunaa dabaluuf hojiin buna dulloome gamashuu fi buqqisuun sanyii bunaa filatamaan bakka buusuu eegalamuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii hoggantoota Afrikaa tajaajila haala kanaan duraarra adda ta’een keessumeessuun… Ayana Dheressa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Yaa’ii hoggantoota Afrikaa tajaajila haala kanaan duraarra adda ta’een keessumeessuun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa …
Oduu biyya keessaa Ayyaanni kataraa guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajaamaa jira Ayana Dheressa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Ayyaanni kataraa guyyaa har’aa hordoftoota amantaa Kiristaanaa Tawaahidoon guutummaa biyyaattiitti haala ho’aa ta’een kabajaamaa jira. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonnii fi mootummoonni naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Preezdaantonnii fi mootummoonni naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar…